Preezdaant Saahiwarq magaalaa Dasee galan

Finfinnee, Fulbaana 15, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Sahilawarq Zawdeen lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’an daawwachuuf magaalaa Dasee galaniiru.
Preezdant Saahilawarq lammiillee Walloo Kaabaa magaalaa Daseetti qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’uun manneen barnoota keessa qubatanii jiran daawwachuun jajjabeessaniiru jedhame.
Hirphoo Shibootu gabaae.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment