Ayyaanni Arafaa Ayyaana jaalalaa fi Kabajaati – Muftii Hajii Umra Idriis

Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Ayyaanni Iid Al Adahaa ayyaana ittiin walgargaaranii waliin gammachuudhaan kabajaniidhaa jedhan Preezdaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimoota Islaamummaa Ityoophiyaa Dursaa Muftii Hajii Umar Idriis.
Muftii Hajii Umar Idriis kabaja ayyaana Iid Al Adahaa waggaa 1442ffaa Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti kabajamerratti argamuun haasawa taasiisaniin ayyaannicha wal gargaaruudhaan waliin kabajuu qabna jedhan.
Waan manni keenya oomishe namoota biroof qooduun jaalalaan, walgargaaruu fi tokkummaan ayyaanicha yaa kabajnu jedhan.
Daagmaawii Deeksiisaatu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment