Aadde Loomii Badhoo Godina Shawaa Bahaa fi Aanaa Lumeetti duula Ashaaraa Magaariisaa jalqabsiisan

Finfinnee, Waxabajjii 17, 2013 (FBC)- Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Loomii Badhoo aanaa Godina Shawaa Bahaa fi Aanaa Lumeetti duula Ashaaraa Magaariisaa jalqabsiisaniiru.

Hooggansii fi hojjettoonni Waajjira Caffee Oromiyaa Godina Shawaa Bahaa fi Aanaa Lumeetti Lafa Heektaara 5 fudhatee har’a dargaggoota aanichaa ganda Xaddeetti argaman waliin boolla biqiltuun qopheessaniiru.

Qophii biqiltuu Aanichatti gaggeeffamaa jirus daawwachuu ragaan Caffee Oromiyaarra argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment