Hoggantoota raayyaa ittisa biyyaa keessaa hir’ifamanii turaan akka deebi’aan waajjirri Muummee Ministira ajaja dabarse

Finfinnee, Onkololeessa 25, 2013 (FBC)-Hoggantoota raayyaa ittisa biyyaa keessaa hir’ifamanii turaan akka deebi’aan waajjirri Muummee Ministira ajaja dabarse.

Ajajoonni gara raayyaa ittisa biyyatti akka deebi’aan taasifamaaniis

1.L/Jeneraal Baacaa Dabalee
2.L/Jeneraal Yohaannis G/Masqal
3.L/Jeneraal Ababaaw Taaddaseefayi.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment