Godinichatti duula torbee Bittaa Boondii gaggeeffamaa jiruun Boondiin Birrii miliyoona 6.2 bitamuu ibsame Read more
Godina Jimmaa fi naannawaa Jimmaatti qonna avokaadoo fi muuzii kilaasteraan misoomee fi horsiisa kanniisaa naannoofnee daawwanneerra – MM Abiy Ahimad Read more
Qajeelchi olaanaan Gamtaa Loojastiiksii Raayyaa Ittisaa waraana gaggeeffamaa ture keessatti qooda bakka bu’iinsa hin qabne ba’eera – Fiild Maarshaal Birihaanuu Juulaa Read more
ABUT carraa nageenyaa laatameefitti kan hin fayyadamne taanaan yeroo kamiiyyuu tarkaanfii irra deebii hin qabne fudhachuuf qophiidha – Birgaade Jeneraal Bultii Taaddasaa Read more
Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa seera Viizaa lammiileen alaa biyyattii keessatti argaman akka ba’an taasiisu raggaasiisan Read more
Kutaan magaalichaa guyyaa tokkootti lammiilee miidhamaniif Birrii miiliyoona 11 walitti qabuu ibsame Read more
Duulli talaallii Covid -19 marsaa 2ffaan akka milkaa’u miidiyaalee fi hoggansi tumsa barbaachisu akka taasiisan waamichi dhiyaate Read more
Qorichoonni yeroon tajaajila isaanii irra darbe gara giddu gala biyyaa seenuuf ture to’atame Read more
Dorgommii fiigicha Maaraatoonii har’a magaalaa Leegositti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’an Read more