Taphoota Waancaa Afrikaa har’a gaggeeffameen Zumbaabuween Giinii yoo injifattu Seeneegaal Maalaawwii waliin qixa ba’aaniiru Read more
Korechi hordoffii fi to’annoo dirreetti taasisan keessaa dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadan bakka hooggansi olaanaan argamanitti qorate Read more
Ityoophiyaan Eemireetota Araba Gamtoomaniitti haleellaa gareen shororkeessaa lammiilee nagaarratti raawwatame balaaleffatte Read more
Oromiyaatti Oomishtummaa fi qulqullina bunaa dabaluuf hojiin buna dulloome gamashuu fi buqqisuun sanyii bunaa filatamaan bakka buusuu eegalame Read more
Yaa’ii hoggantoota Afrikaa tajaajila haala kanaan duraarra adda ta’een keessumeessuun barbaachisadha- Ambaasaaddar Burtukaan Ayyaanoo Read more
Preezdaantonnii fi mootummoonni naannolee Ayyaana Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsan Read more
Agarsiisni gulufsiisa fardeen Salaalee gara hawwata Tuuriziimiitti guddachuu akka qabu ibsame Read more
Paarkiin Indaastirii Kombochaa garee shororkeessaa ABUTiin miidhaan irra ga’ee ture hojii eegale Read more