Hawaasni namoota dhuunfaa lakkoofsa gabatee Konkolaataa ni raawwachiifna jechuun socha’aa jiran of eeggachuu akka qaban waamichi dhiyaate Read more
Waggoottan sadan darban sharafni alaa Doolaara biiliyoona 9 ta’u karaa Diyaaspooraan gara biyyaa ergame Read more
Lammiileen Ityoophiyaa Ameerikaa Waashingitan DC jiraataan dhiibbaa alaa Ityoophiyaarratti taasiifamaa jiru mormuun hiriira gaggeeessan Read more
Aanaalee Madda Walaabuu, Harannaa Bulluqii fi Dalloo Mannaatti akkaataa sirna Gadaa jabeessuun danda’amurratti yaa’iin Ardaa Jilaa Hagayya Goorrasaatti taa’ame Read more
Dhaabbileen mootummaa garaagaraa Naannoo Afaariitti lammiilee buqqa’aniif Birrii miiliyoona 51 deeggarsa taasiisan Read more
Bulchiinsi magaalaa Finfinnee Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 70 olitti tilmaamamu taasise Read more
Michooma Ityoophiyaa dhabuun Ameerikaaf kufaatii tarsiimoo isa guddaadha- Toomaas Maawunteen Read more