Hojiin uwwisa Asfaaltii sadarkaa 2ffaa proojektii daandii Addabaabayii Puushkiinii- Gootaraa hojjetamaa jira Read more
Miseensoonni Poolisii Federaalaa nageenyaa fi tasgabbii magaalichaa eeguuf halkanii fi guyyaa hojjetaa jiru Read more
ABUT waggoottan 27 darban mirga sabaaf sablammootaa bifoota garaagaraan sarbaa ture – Dooktar Iyyoob Takkaalinyi Read more
Ityoophiyaanonni Yeroo kamiyyuu caalaa tokkummaan biyyasaanii cina dhaabbachuu qabu- Ambaasaaddar Dammituu Hambisaa Read more
Garee shorkeessaan ABUT yakka raawwatetti akka itti gaafatamuuf hawaasni Idil Addunyaa dhiibbaa taasisuu qaba- Obbo Leencoo Lataa Read more
Dhiibbaan Alaa Ityoophiyaan cimtuu yoo taate Afrikaanis ni cimti Sodaa jedhurraa kan maddeedha- Abbaa Duulaa Gammadaa Read more
Siimkaardii, eeyyamni sobaa meeshaa waraanaa fi rasaasni shugguxii kaayyoo ABUT fi Shanee raawwachiisuuf oolaa ture shakkamtoota 2 waliin to’atame Read more
Doolaarri Ameerikaa kumni 37 fi meeshaaleen waraanaa deeggarsa ABUTtiif oluuf ture to’atame Read more