Oomishni Gabaa Ityoophiyaa baatiwwan arfan darban oomishaalee Meetirik Toonii kuma 51 wal bichisiisuu ibsame Read more
Kutaa magaalaa Booleetti deeggarsa Raayyaa Ittisaaf Birrii miiliyoonni 63.4 ol walitti qabame Read more
Warra Iluu to’achuuf yaadee Humna walitti qabachaa kan ture gareen shororkeessaa ABUT barbadaa’uu ibsame Read more
Kutaa magaalaa Addis Katamaatti Mana Bilistikaan ijaarrame keessaatti sanadoonni sobaa fi Chaappaawwan to’ataman Read more
Aanaa Xuullootti Deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaaf Sangoonni 128 fi Birriin miiliyoonni 4.2 ol walitti qabamuu ibsame Read more
Kutaa magaalaa Lammii Kuraatti lafa keessaa kan awwaalamee maallaqoonni, Shugguxii fi Warqeen to’annaa jala oolan Read more
Hojiin keenya olaanaan baajata qusannoon fayyadamuun kayyoo yaadameef akka oolu taasisuufi-Obbo Ahimad Shidee Read more
Magaalaan Naqamtee daa’immanii fi dargaggoota harka qalleeyii ta’aniif deeggarsa Birrii kuma 200 oli taasise Read more
Godina Booranaa aanaalee muraasa keessatti hoomaan awwaanisa muul’ate ittisuuf hojjetamaa jira Read more
Jiraattoonni Kutaa Magaalaa Aqaaqii Qaallattii Birrii miiliyoona 51 ol Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan Read more