Boordichi gabatee yeroo taa’een paartileen siyaasaa mallattoo dargommii filannoo akka fudhatan hubachiise Read more
Baatiwwan jahaan darbanitti magaaloonnii fi gandoonni baadiyyaa haaraan 135 fayyadamoo tajaajila elektirikii ta’uu ibsame Read more
Projaktiin bishaanii kutaa lammaffaa Laga Daadhii bara dhufu baatii Onkololeessaa irraa eeggalee tamsaasa bishaan dhugaatii akka eegaluuf hojjetamaa jira Read more
Giiftii Duree Zinaash Taayyachaw waajjira giiftii dureen mana barumsaa naannoo Beenishaanguul Gumuuzitti ijaarame eebbisiisuuf Asoosaa galan Read more
Guddina Ityoophiyaa sadarkaa barbaaddamuun ga’uuf ga’ee fi itti gaafatamummaan Proofeesaroota guutuu olaanaadha jedhame Read more
Tattaaffii dhaabbanni fayyaa addunyaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasiisu Ameerikaan ni deeggarti Kaamaalaa Haariis Read more
Qorichoonnii fi galteewwan yaalaa gatii Birrii miiliyoona 71 ol qaban gara Tigiraayitti ergamuun rabsamaa jira Read more