Eebbifamtoonni damee hojii irratti bobba’aniin tokkummaa, nageenyaa fi duudhaalee Ityoophiyaa wantoota qoranirraa bilisa ta’uun biyya isaanii haqummaan tajaajiluu akka qaban ibsame Read more
Dandeetti oomisha Dhaabbata Simiintoo Mugaar guddisuuf carraaqqin taasifama jiraachuun Ministeerri Albuudaa fi Boba’aa ibse Read more
Yuunivarsiitiin Madda Walaabuu yeroo 12ffaaf barattoota muummeewwan garagaraatiin barsiisaa ture eebbise Read more
Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonniin lammiilee Godina Matakkal irraa buqqa’an waliin marii’atan Read more
“ Mootummaan Ityoophiyaa beela akka meeshaa itti fayyadameera” jechuun gabaasa ‘Za Ikoonoomist’ baase mootummaan cimsee akka balaaleffatu beeksise Read more
Proofeesaroonni Ityoophiyaa dandeetti isaanii biyyaaf oolchuun hirmaanna taasisu qabu – Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee Read more