Godina Gujii Aanaa Gumii Eldallootti ABO’n Shanee namoota riqichaa hojjachaa jiran 4 ajjeessuun, 3 ammoo miidhaa cimaa irraan ga’uu isaanii Bulchiinsi Godina Gujii beeksise Read more
Manni amantaa Ortodooksi Tawaahdoo Ityoophiyaa bakkeewwan garagaraatti ajjeechaa lammiilee nagaarraa irratti raawwatamu balaaleffate Read more
Harkifannaan proojaktootan proojaktoonni Birrii biiliyoona 4 eegalamaan baasii hanga Birrii biiliyoona 16 akka gaafatan taasisaa jira Read more
Dura ta’aan mana maree Birmadummaa Sudaan Janaraal Abdulfataah Albuurhaan daawwannaa hojii taasisaa turan xumuran Read more
Sirni daawwannaa muuxannoo odeeffannoo fayyaa hawaasaa Godina Shawaa Bahaa Aanaa Lumeetti gaggeeffama jira Read more
Qorannoon sirna nyaataa miidhaawwan fayyaa hawaasaa dhaabuu danda’u magaalaa Adaamaatti gaggeeffama jira Read more
Manni Maree Federeeshinii haleellaa ganda Gaawwaa Gaanqaatti lammiileerra qaqqabeef gadda itti dhaga’ame ibse Read more