Hiriirri balaaleffannaa Juuntaa yakkamaa waraanaa ABUT fi deggersa Raayyaa Ittisa Biyyaaf guyyaa har’aa magaalota gurguddoo geggeeffamaa ture nagaan xumurame Read more
Jiraattoonni magaalaa Duukam hiriira bahuun gocha gara jabeenya murni ABUT Raayyaa Ittisa Biyyaarratti raawwate balaaleffatan Read more
Jiraattonni Naannoo Oromiyaa iddoowwan gara garaatti gocha murni ABUT Raayyaa Ittisa Biyyaarratti raawwate hiriira nagayaa bahuun balaaleeffataa jiru Read more
Dooktar Muluu Naggaa hojii raawwachiisaa olaanaa bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay ta’uun muudaman Read more
Obbo Dammaqaa Makkoonniin Ministira Ministeera Qunamtii fi Tumsa idila addumyaa Afrikaa Kibbaa waliin mari’an Read more
Manni Maree Ministirootaa dambii hojiirra oolmaa bulchiinsa yeroo naannoo Tigraayitti hundaa’e raawwachiisuuf ba’e raggaasiise Read more
Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa meeshaalee talaallii vaayrasii koroonaa raabsuuf xiyyaarota qopheesse Read more