Taphoota Shaampiyoons Liigii Awurooppaa eda galgala gaggeeffameen Liivar Puul Atlaantaan injifatame Read more
Daldaltoonni kuduraa fi muduraa Dirree Jaanitti akka hojjetan taasifaman dhiyeenyatti bakka isaaniif qophaa’e giddugala gabaattii ni naanneffamu Read more
Bulchiinsa magaalaa Sabbataa Ganda 04 Naannoo masjiidaa Mahaammad Rajaatti Fanjiin xamadamee eeruu ummataatiin fashalaa’e Read more
Profeesar Biiniyaam Daawwiit Mazmuur dhaabbata mootummoota gamtoomanitti miseensa koree mirgoota daa’immanii ta’uun irra deebiin filatame Read more
Dargaggoonni ajandaa humnoota badii fudhachuun gara bosonaa seenaan fedhii isaanii karaa nagaan akka dhiyeeffatan waamicha dhiyeesse Read more
Biiroon Dhimma Hojjataa fi Hawaasummaa Naannoo Ormiyaa fandii eeggumsa hawaasummaa hundeessuun rakkoo hawaas-diinagdee furuuf hojjachaa jira Read more
Paartiin Badhaadhinaa naannoo Sidaamaa hoggantoota mootummaa fi paartichaa waliin marii gaggeessaa jira Read more
Obbo Dammaqaan itti aanaa Preezdaantii gamtaa Awurooppaa Miisteer Jooseep Booreel waliin mari’atan Read more