Addunyaarratti lakkoofsi namoota Vaayrasii koroonaan du’anii kuma dhibba 8 fi kuma 50 caale Read more
Namoonni dhimma lafaa isiniif xummurra jechuun tajaajilamtootarraa maallaqa fudhatan too’annoo jala oolan Read more
Biiroon Intarpiraayizii fi Industurii Oromiyaa godinaalee,magaalotaa fi dhaabbilee garagaraa carraa hojii uumuu,liqii kennuu fi liqii kenname deebisiisuu irratti adda durummaa qabaniif beekamtii kennuun badhaaseera Read more
Jiraattonni magaalaa Finfinnee feedhii fi dandeetti qaban waldaan gurma’aani manneen waliin jireenyaa ijaaruu akka danda’aanif bulchiinsi magaalichaa lafaa fi meeshaalee ijaarsaa dhiyeessuuf murtoo dabarse Read more