Afrikaa Kibbaatti hojjettoonni Jijjiga Gamoo keessa turan guyyaa 5 booda lubbuun argaman

Finfinnee, Caamsaa 5, 2016 (FBC) – Afrikaa Kibbaatti hojjettoonni Jijjiga Gamoo keessa turan guyyaa 5 booda lubbuun argamuu gabaafame.
Afrikaa Kibbaa Magaalaa Joorjitti guyyaa 5 dura Gamoon Ijaaramaa ture Jiguun miidhaa qaqqabsiisuun kan yaadatamuudha.
Balaa qaqqabeen hanga ammaatti lubbuun hojjettoota 23 yoo darbu, 29 ammoo lubbuun argamuu RT fi VODn gabaasaniiru.
Hojjettoonni 29 hanga ammaatti hin argamne jedhame.
Hojiin lubbuu baraaruu ammas Itti fufuu eerameera.
Hojjettoonni 81 ta’an gamicha keessa turuu ibsameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment