Hiriirri deeggarsaa guyyaa injifannoo Bitooteessa 24 magaalaa Jimmaa fi Aggaarootti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Hiriirri deeggarsaa Magaalaa Jimmaa fi Aggaarootti mata duree ”Nageenya keenya ni eegganna, jijjiirama ni waaressina” jedhuun gaggeeffamaa jira.
Abdurahimaan Mahaammaditu gabaase.
Comments (0)
Add Comment