Balaliin gara Bujumburaatti taasifamu 11’tti guddate

Finfinnee, Fulbaana 17, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa torbanitti balalii idilee gara Burundii Magaalaa Bujumburaatti taasisu gara 11’tti guddisuu beeksise.

Daandichi kanaan dura balalii idilee torbanitti taasisu afuritti dabalataan Onkoloolessa 20, 2016 eegalee idileen balalii imalatootaa taasisuun gara 11’tti guddisuu eereera.

Akkasumas Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa gara Magaalaa Guddittii Rippaabilikii Giddugaleessaa Afriikaa Baanguyitti tajaajila balalii Sadaasa 15, 2023 akka eegalu ibseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment