Baankiin Addunyaa deeggarsa godaantootaaf taasiisu cimsee akka itti fufu gaafatame

Finfinnee, Hagayya 17, 2015 (FBC) –Baankiin Addunyaa deeggarsa hawaasa godaantootaa keessummeessuuf taasisu cimsee akka itti fufu Daayrektarri jeneraalaa Tajaajila Godaantotaa fi Godaansaadebotootaa Xayibaa Hasan gaafatan.

Aadde Xayibaan Ityoophiyaatti Ofiisara olaanaa Baankii Addunyaa Mahaammad Kadir Abdeel Raaziig waliin mari’ataniiru.

Deeggarsa baankichi hanga ammaatti taasisaa ture galateeffataniiru.

Yeroo itti aanus tajaajilichi deebii fooyyee qabu akka laatuuf Baankiin Addunyaa deeggarsa taasisu cimsee akka itti fufu gaafataniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment