Fana: At a Speed of Life!

Amnastii Intarnaashinaal viidiyoo mormii fi fincila kakaasu maxxansee tureef dhiifama gaafate

Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Amnastii Intarnaashinaal viidiyoo mormii fi fincila kakaasu maxxansee tureef dhiifama gaafate.

Dhaabbatichi Ityoophiyaatti hidhaan hammaatera; namoonni hidhaman bakki jiran hin beekaman, ka’aa fincilaa yaada jedhu qaba.

Abbaan Alangee Waliigalaa Federaalaas viidiyoon maxxanfame kan haala yeroo jijjiirramaa Ityoophiyaan keessa jirtuun wal hin gitnee fi sirrii akka hin taane beeksiseera.

Viidiyichi dogongoraan maxxanfamuu Amnastii Intarnaashinaal amanee, dhiifama gaafachuun Twiitararraa kaasera.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.