Fana: At a Speed of Life!

Ameerikaatti Ibiddi sababa hoo’ina olaanaan qabate saffisaan babal’achaa jiraachuu himame

Finfinnee, Adoolessa 19, 2014 (FBC) – Ameerikaatti Ibiddi sababa hoo’ina olaanaa muudateen qabate saffisaan babal’achuun fayyaa namaarratti dhiibbaa uumaa jiraachuu himameera.
Ibiddi Ameerikaa Bulchiinsa Kaaliifoorniiyaa Paarkii Biyyaalessaa Yooseemiiti jedhamu keessatti ka’e saffisaan babal’achuu isaan naannichatti labsiin yeroo ariifachiisaa labsameera.
Taatichi jiraattoota naannichaarratti rakkoo Fayyaa qaqqabsiisaa jiraachuu himameera.
Balaan Ibiddaa kun lafa heektaara hedduurratti babal’achaa kan jiru yoo ta’uu, jiraattoonni kumni 6 ol qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’uu eerameera.
Ibiddi kun ka’uun isaa Hoo’inni naannichaa daraan akka dabaluu taasiisuu ibsameera.
Maddi:-CTGN
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.