Fana: At a Speed of Life!

Ameerikaan talaallii vaayrasii koroonaa doozii kuma 800 Ityoophiyaaf gumaachite

Finfinnee, Bitootessa 7, 2014 (FBC)- Ameerikaan talaallii vaayrasii koroonaa doozii kuma 800 Ityoophiyaaf gumaachiiteetti.

Deeggarsichi Ameerikaan sadarkaa idil addunyaatti weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf tattaaffi taasiftuu keessaa qaama tokko ta’u ibsaniiru.

Ameerikaan hanga ammaatti deeggarsi talaallii vaayrasii koroonaa Ityoophiyaaf taasiftee waliigalaan doozii miiliyoona 7.8 qaqqabuu ibsameera.

Talaallichi tibba kana tumsa Koovaaksiin gara Finfinnee akka galuu taasifamuu ragaan Imbaasii Ameerikaa Ityoophiyaatti argamuurra arganne ni muul’isa.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.