Fana: At a Speed of Life!

Ameerikaan meeshaalee waraanaa yeroo ariifachiisaa Israa’eliitti gurguruuf murteessite

Finfinnee, Sadaasa 30, 2016 (FBC) – Ameerikaan meeshaalee waraanaa yeroo ariifachiisaa Doolaara miliyoona 106.5 Israa’eliitti gurguruuf murteessite.

Faayidaa biyyaalessa Ameerikaa kabachiisuuf murtoo darbe ta’uu Ministirri Dhimma Alaa biyyattii Antoonii Biliinkan ibsaniiru.

Murtichi Isiraa’eel nageenya ofiirra dabartee naannawichatti nageenya waaraa mirkaneessuuf murtoo gargaaru ta’uu eeruu isaanii RT gabaaseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.