Fana: At a Speed of Life!

Ameerikaan lammiilee naannoo Tigaayiif Doolaara miiliyoona 52 deeggarsa taasiifte

Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC) – Ameerikaan deeggarsa namoomaa lammiilee naannoo Tigyaayiif kan oolu Doolaara miilyoona 52 deeggarsa taasiisuu beeksiifte.

Ityoophiyaatti Imbaasiin Ameerikaa ibsa galgala kana baaseen Ameerikaan lammiilee naannoo Tigraayiif Doolaara miilyoona 52 deeggarsa namoomaaf laachuu himeera.

Duula olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti gaggeeffame hordofee rakkoo uumame hir’isuuf Ameerikaan hanga ammaatti deeggarsa namoomaa Doolaara miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 53 taasiisii Imbaasichi eereera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.