Fana: At a Speed of Life!

Ameerikaan Ityoophiyaaf talaallii Faayzar doozii kuma 840 ol taasiste

Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Ameerikaan Ityoophiyaaf talaallii vaayrasii koroonaa “ Faayzar” jedhamu doozii kuma 840 fi 60  taasiste.

Waashingitan Ityoophiyaatti tattaaffii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasifamu deeggaruuf deggarsicha tasisuu Ityoophiyaatti Imbaasiin Ameerikaa beeksiseera.

Kunis hanga  deeggarsa talaallii vaayrasii koroonaa Ameerikaan  Ityoophiyaaf taasistee gara doozii miiliyoona 6.9tti kan guddisu ta’uu ragaan Imbaasicharraa argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.