Fana: At a Speed of Life!

Ameerikaan hoggantoota fonqolcha Miyaanmaar irra qoqqobbii keesse

Finfinnee, Gurraandhala 4, 2013 (FBC) – Preezdaantiin Ameerikaa Joo Baayidan aanga’oota fonqolcha Miyaanmaar gaggeesaniirratti ajaja qoqqobbii kaa’uu dandeessiisu dabarsan.
Qoqqobbiin Joo Baayidan dabarsaniis aanga’oota fonqolcha raawwatan, maatii isaanii fi kanneen isaan waliin walitti dhufeenya daldalaa qaban hunda ilaallata jedhame.
Kana malees Doolaara maallaqaa biyyattii biiliyoona 1 Ameerikaatti argamu waraanichi akka hin arganne dhorkaa kaa’uuf adeemsarratti jiru jedhameera.
Maddi:- BBC
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.