Fana: At a Speed of Life!

Ambulaasiwwan 35 fi Doqdoqqeewwan 120 naannolee sababa walitti bu’iinsaan miidhamaniif kennaman

Finfinnee, Sadaasa 25, 2016 (FBC) – Ministeerri Maallaqaa Piroojektii deebisanii ijaaruun Ambulaasiwwan 35 fi Doqdoqqeewwan 120 naannolee sababa walitti bu’iinsaan miidhamaniif gumaachera.

Ministeerichi Piroojektii deebisanii ijaaruu Baankii Addunyaan waliin mallatteesseen Ambulaasiwwanii fi Doqdoqqeewwan kanneen Naannoo Oromiyaa, Amaaraa, Afaarii fi Beenishaanguul Gumuziif kennaara.

Piroojektii deebisanii ijaaruu kanaan damee barnootanis teessowwan barnootaa kumni 56 fi 577 raabsamuus ragaaan Ministeera Maallaqaarraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.