Fana: At a Speed of Life!

Ambasaaddar Tashoomaa Toogaan Hoggaantoota Dhaabbilee idil Addunyaa wlaiin mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 5, 2016 (FBC) – Komishinnarri Komishinii Haaroomsa Biyyaaleesaa Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Hoggaantoota dhaabbilee Idil Addunyaa garaagaraa waliin mari’ataniiru.

Ambaasaaddar Tashoomaan Gamtaa Awurooppaatti itti aanaa Bakka Bu’aa Ityoophiyaa Dooktar Deeviid Kiriivaaneek, Itiyoophiyaan Qindeessaa Dhimmoota namooma Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Raamiiz Alkaabaaroov fi DHMGtti qindeessaa Deebisaanii ijaaruu fi Dhaabbiilee misooma Saalih Turaan waliin mari’ataniiru.

Dhaabbileen kunneen Ityoophiyaatti loltootaa duraanii gara jireenya idileetti deebisuuf tattaaffii taasifamu jiru kan deeggaran ta’uu dubbachuu Ambaasaaddar Tashoomaan toora miidiyaa hawaasumnmaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.