Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaddar Taayyeen Jibuutiitti bu’uuraalee misoomaa garaagaraa daawwatan

Finfinnee, Waxabajjii 18, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen, Jibuutiitti bu’uuraalee misoomaa garaagaraa daawwataniiru.

Daawwannaa isaaniin Buufata Daamaarjoog xumuramaa jiru, Naannawaa Daldala Bilisaa Daamaarjoog, Naannawaa Daldala Bilisaa Idil Addunyaa Jibuutii daawwataaniiru.

Akkasumas buufataa sochiin daldalaa Itiyoophiyaa kan itti gaggeeffamu adeemsa hojii Buufata Waliigalaa Dooraalee fi Terminaala Konteenaraa Dooraalee daawwachuu ragaan Jibuutiitti Embaasii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo mara waan nu waliin taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.