Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddaroonni pirojektii Gorgoraa daawwatan

Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC)–Biyyoota garaagaraatti Ityoophiyaa kan bakka bu’aan Ambaasaaddaroonni qaama pirojektii ‘Maaddii Biyyaaf’ kan ta’e pirojektii Gorgoraa daawwataniiru.

Ambaasaaddaroonni sadarkaa pirojektichi irratti argamu kan daawwatan yoo ta’u, adeemsa ijaarsa pirojektichaa ilaalchisee ibsi kennameeraafi.

Habtaamuu Taklasillaaseetu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.