Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Zannabaan komishinara Olaanaa Biiroo Mirgoota namoomaa waliin mari’atan

Ambaasaaddar Zannabaan komishinara Olaanaa Biiroo Mirgoota namoomaa waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 11, 2015 (FBC) – Jeneevaatti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Zannabaa Kabbadaan komishinara Olaanaa Biiroo Mirgoota namoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Voolkar Tarki waliin mari’ataniiru.

Ambaasaaddar Zannabaan haala mirga namoomaa Ityoophiyaa ilaalchisee Komishinar Voolkar Tarkiif ibsa taasiisuu TOI gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.