Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Yibalxaal Sudaanitti ambaasaaddaroota Raashiyaa fi Swiizarlaand waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Sudaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Yibalxaan Ayimiroon Sudaanitti Ambaasaaddaroota Raashiyaa fi Swiizarlaand waliin mari’ataniiru.
Ambaasaaddar Yibalxaal haala waqtaawaa naannoo Tigraay, waldhabdee daangaa Ityoo – Sudaanirratti Sudaanitti Ambaasaaddara Raashiyaa Vilaadmiir Zeeltoovii fi Sudaanitti Ambaasaaddar Swiizarlaand Kiristiyaan Wiintar waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota marii sadee Hidha Haaromsaarratti marii taasiisaaniiru.
Ambaasaaddarooni kunneen ibsa taasiifameefiif galateeffachuun rakkoon kamiiyyuu mariin furamuu akka qabuu ibsaniiru.
Marii taasiisaniin hubannoo gaarii argachuu ibsuu isaanii ragaan Sudaanitti Imbaasii Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.