Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Taayyeen Pireezidaantii FDRI ta’uun Moggaafaman

Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa fi Mannii Maree Federeshinii Sirna baniinsaa waloo gaggeessaa jiruun Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii FDRI ta’uun akka tajaajilan Moggaaseera.

Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseenis moggaafama isaanii simachuun miseensota mana marichaa fuulduratti dhiyaachuun kakuu raawwataniiru.

Dabalataaniis Pireezidaantiin duraanii Saahilawarqi Zawdeen Pireezidaantii ta’uun kan amma moggaafaman Ambaasaddar Taayyee Atsiqasillaaseetti heera mootummaa kennaniiru.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.