Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Taayyeen Ministir Deetaa Ministeera Alaa Emireetoota Araba Gamtoomanii waliin mari’atan

Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsaqasillaaseen Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Emireetoota Araba Gamtoomanii Sheek Saabuut Naahiyaan Al Naahiyaan waliin mari’ataniiru.

Dhimmoota waloo biyyoota lamaanii fi naannawaarratti mari’achuun Ragaan Ministeera Dhimma Alaa irraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.