Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Taayyeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ispeen waliin mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 23, 2016 (FBC) –Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ispeen Ambaasaaddar Antooniyoo Loopeez Maak-leelaan waliin mari’ataniiru.
dhimmoota Hariiroo gamlamee biyyoota lameenii giddu jiru caalmaatti cimsanirratti mari’achuu ibsameera.
Haaluma kanaan dameewwaan garaagaraarratti tumsaan hojjechuuf dhimmoota dandeesisanirratti mari’achuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.