Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Taayyeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerika waliin mari’atan

Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Ministirri Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Erviin Maasiingaa waliin mari’ataniiru.

Mariin isaaniis dhimmoota waloo gamlamee fi naannawaarratti kan xiyyeeffate ta’uun ibsameera.

Keessumaa inisheetiivii nageenya Sudaan irratti mari’achuu ragaan ministeericharraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.