Ambaasaaddar Taayyeen gita isaanii Ugaandaa fi Ruwaandaa waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 15, 2017 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Yaa’ii Waligalaa 79ffaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Niiwyoorkitti gaggeeffamaa jiru cinaatti gita isaanii Ugaandaa fi Ruwaandaa waliin mari’ataniiru.’
Ambaasaaddar taayyeen Ministira alaa Ugaandaa Aliiviyeer Nuhungireehee fi kan Ruwaandaa Jeejee Odoongoo waliin dhimmoota waloo biyyoota kanneennirratti mari’ataniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.