Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Taayyeen Barreessaa Dhimmoota Alaa fi Idil Addunyaa Ispeen waliin mari’atan

Finfinnee, Adoolessa 17, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Barreessaa Dhimmoota Alaa fi Idil Addunyaa Ispeen Diyaagoo Maartineez waliin mari’ataniiru.
Mariin isaanii hariiroo biyyoota lameenii haalota cimsuu dandeessisanirratti kan xiyyeeffate ta’uun ibsameera.

Dabalataanis naannawaa Gaanfa Afrikaa fi dhimmoota idil Addunyaa biroorratti mari’achuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.