Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Jaayaals Misheed waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 2, 2013 (FBC)- Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Gargaaraa Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Jaayaals Misheed waliin mari’ataniiru.
Ambaasaaddar Taayyee fi Jaayaals Misheed turtii isaaniitin dhiyeessi deeggarsa namoomaa naannoo Tigraay irratti mari’ataniiru.
Gargaraan Barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Jaayaals Misheed dhiyeenyaa Ityoophiyaatti naannoo Tigraay daawwachuun isaanii ni yaadatama.
Ambaasaaddar Taayyee Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii dhiyeessii deeggarsa namoomaarratti mootummaa Ityoophiyaa waliin hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.!
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.