Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Gita isaanii Siwaatiinii waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeeraa Dhimma Alaa Ambaasaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Gita isaanii Siwaatiinii Foliil Shaakaantuu waliin mari’ataniiru.
 
Marii isanaiin hariiroo gamlamee cimsuu fi hammattoo waliigaltee naannawaa daldala walabaa Afrikaa ilaalchisee muuxannoo waljijjiiruun haala danda’amurratti mari’ataniiru.
 
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
 
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.