Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasilaaseen haala waqtaawaa naannoo Tigraay mana maree nageenyaaf ibsa taasiisan
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti ergaaman addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasilaaseen haala waqtaawaa naannoo Tigraay Mana Maree Nageenyaaf ibsa taasiisaniiru.
Yeroo ammaa haalli mirga namoomaa fi deeggarsa namoomaa naannichaa fooyya’aa ta’uu ibsaniiru.
Sarbama mirga namoomaa naannichatti qaqqabe jedhame ilaalchisee qorannoo gaggeeffamaa jirurratti ibsa laachuu isaanii Fuula Miidiyaa hawaasummaa isaaniin himaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.