Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Silashii Baqqalaan Miseensa Kongirasii Jiinaataan Jaaksan waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 8, 2016 (FBC)-Ameerikaatti Ambaasaaddarrii Itiyoophiyaa Silashii Baqqalaan miseensoaa kongirasii ameerikaa Joonaattaan Jaaksaan waliin mari’ataniiru.
 
Marii isaaniin, barbaachisummaa hariiroo damee hedduu Ameerikaa fi Itiyoophiyaa gidduurratti mari’ataniiru.
 
Daalataan, Itiyoophiyaan karra galaanaa argachuuf tattaaffii taasiftuu fi haala yeroo irratti mari’ataniiru.
 
Biyyoonni lameen fuulduratti dhimmoota garaagaraarratti yaada waljijjiiruu fi walta’iinsaan hojjechuuf waliiigalteerra ga’uu ragaan Ameerikaatti Embaasii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.
 
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.