Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Reedwaan preezdaantii Somaalee Laandii waliin mari’ataniiru

Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)-Ministir deettaan ministeera Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Preezdaantii Somaalee Laandii Muusee Baayii Abdii waliin mari’ataniiru.
Marii isaanii rakkoo nageenyaa naannoo daangaarra jiruu fi dhimmoota Immigireeshiniirratti aadaa wal jijjjiiruu haaloota isaan dandeessisaan irraatti mari’ataniiru.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.