Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Reedwaan Huseenii fi Ambaasaaddar Diinaa Muftii ogeeyyii miidiyaalee afaanoota alaan barreessan waliin mari’atan

Finfinnee, Muddee 10, 2013 (FBC) – Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa fi Dubbii Himaan labsii yeroo ariifachiisaa ambaasaaddar Reedwn Huseenii fi Dubbiin Himaan Ministeera Dhimma alaa ambaasaaddar Diinaa Muftii ogeeyyii miidiyaalee afaanoota alaan barreessan wal waliin haala waqtaawaa fi dhimmoota biroorratti mari’ataniiru.

Ambaasaaddar Redwan Huseen haala marii sadee ijaarsa Hidha Haaromsaa fi ejjennoo biyyoonni yaa’a laga abbayyaa marii irratti qaban ilaalchisee ibsa laataniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.