Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Ministira Alaa Paakiistaan waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 14, 2014 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Ministira Alaa Paakiistaan Ambaasaaddar Sheeh Mohaammad Qureeshii waliin dhimmoota waloorratti marii jalqabaa taasiisaniiru.
Ministir Deetaan Ministeera Alaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen har’a Paakiistaan daawwataniiru.
Dhimmoota hariiroo fi obbolummaa biyyoota lamaanirratti marii taasiisaniiru jedhame.
Hidhaan Haaromsaa Anniisaa Maddisiisuu eegaluu ilaalchisee marii taasiisuu isaanii himameera.
Qaamoleen lamaan dhimmoota daldalaa ffi Siyaasarratti waliigalteen garaagaaraa mallatteessan ariifachuu akka qabu mari’achuu isaanii ragaan Ministeera Dhimma Alaa.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.