Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachoo hariiroo biyyoota lamaanii ilaalchisee gita isaanii Sudaan waliin mari’atan

Finfinnee, Eebila 3, 2014 (FBC) – Aljeeriyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiyaat Geetaachoon Aljeeriyaatti Ambaasaaddara Sudaan Eelobeeyiid Mahaammaad Eelobeeyiid waliin haalota qabatamaa Ityoophiyaa fi Sudaanirratti xiyyeeffachuun mari’ataniiru.

Marii isaaniin hariiroo Ityoophiyaa fi Sudaan, hidha haaromsaa guddicha Ityoophiyaa, Gaanfa Afrikaa, dhimmoota biyyoolessaa fi idil addunyaarratti mari’ataniiru.

Marichaanis yaadota bu’aa qaban waljijjiiruusaanii ragaan Ministeera Dhimma Alaarra argame ni mul’isa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.