Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Nabiyaat Geetaachaw Aljeeriyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Lii Liiyaanhee waliin marii’atan

Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) – Aljeeriyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiyaat Geetaachaw Aljeeriyaatti Ambaasaaddara Chaayinaa Lii Liiyaanhee waliin marii’ataniiru.

Marichi tumsa Chaayinaa fi Afrikaa akkasumas, dhimmoota hariiroo biyyoota lameennii cimsan irratti kan xiyyeeffatedha jedhame.

Ambaasaaddar Nabiyaat mootummaan naannoo Tigiraayiif deeggarsa namoomaa fi meeshaalee yaalaa miidhamtootaaf qaqqabsiisuuf taasisaa jiru ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.