Ambaasaaddar Naasiseen haala qophii guyyaa Turizimii naannoo Beenishaanguul Gumuz daawwatan
Finfinnee, Fulbaana 9, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Turizimii Ambaasaaddar Naasisee Caaliin haala qophii guyyaa Turizimii naannoo Beenishaanguul Gumuz daawwataniiru.
Jilli Ambaasaaddar Naasiiseen durfamu guyyaa har’aa galma Dhaddachaa Sheehi Hoojalee Alhasan daawwateera.
Guyyaan Turizimii Addunyaa 35ffaan naannoo Beenishaanguul Gumuz magaalaa Asoosaatti Fulbaana 13 – 15, 2015tti kan kabajamu ta’uu ragaan Biiroo Kominikeeshinii naannichaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.