Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Misgaanuun Ambaasaaddara Kuwaatar waliin mari’atan

Finfinnee, Hagayya 29, 2016 (FBC)-Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Kuwaatar Ambaasaadar Sadi Mubarak Ali Naayimii waliin mari’ataniru.

Marii isaaniin Itiyoophiyaa fi Kuwaatar hariiroo dippilomaasii diingadee fi biiznasiin qaban haaloota caalmaatti cimsuun danda’amurratti mari’achuun ibsameera.

Dabalataniis biyyoonni lameen fayyadamummaa waloo mirkannessuufi walta’iinsaan hojjechuuf marii taasiisuu ragaan Ministeerichaarraa argame ni mul’isa.

Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.