Fana: At a Speed of Life!

Ambaasaaddar Maarqoos Taklee Gibtsitti Riippabiliika Arabaa ambaasaaddara Ingiliiz waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 9, 2013 (FBC) – Ambaasaaddar Maarqoos Taklee Gibtsitti Riippabiliika Arabaa ambaasaaddara Ingiliiz waliin mari’atan.

Gibtsitti Ambaasaaddari Ityoophiyaa Maarqoos Taklee Gibtsitti Riippabiliika Arabaa ambaasaaddara Ingiliiz Ji’oofireey Adaamsi waliin mari’ataniiru.

Aanga’oonni lameen dhimmoota hariiroo biyyoota lameenii fi haala waqtaawaa irratti mari’ataniiru.

Akkasumas, dhimmoota waloo irratti waliin hojjechuuf walii galuu ragaan imbaasii Ityoophiyaa Gibtsirraa arganne ni mul’isa.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.